Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha shaakalaa fagoo mittii. Yaada deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa install godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra Garee OromNet!
Please rate our app in the Google Play store.
Thank you for downloading
OROMNET Software and Application Development Nekemte Ethiopia

Show More >