A2ZAPK

Oromia History-Seenaa Oromiyaa

Oromia History-Seenaa Oromiyaa

Downloads: 389


Free

Oromia History-Seenaa Oromiyaa / Specifications

Oromia History-Seenaa Oromiyaa / Screenshots

Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown
Loading... Oromia History-Seenaa Oromiyaa Unknown

Oromia History-Seenaa Oromiyaa / Description

(Oromoo)

Oromiyaan ( Afaan Ingiliish: Oromia) kutaalee Itoophiyaa kudha tokko keessaa tokko kan taateedha. Ballina lafaa Bahaa hanga Kibba-dhihaa biyya keessatti 353632 km² ta'e qabatee baayyina ummataa bara 2002 tilmaamaan hanga miiliyoona digdamii-afurii qabdi (24000000) kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyya keessaa tokkoffaa ishee taasisa. Isheenis kan ofii keessa qabdu: kutaa Arsii Baalee Harargee Iluu Abbaa Booraa Shawaa Wallagga Gujii fi Boorana. Magaalaan guddoon Oromiyaa Finfinnee dha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebite. Magaalonni gurguddoon biraa Oromiyaa keessatti argaman Adaamaa Amboo Asallaa Bishooftuu Dambidoolloo Fiichee Gimbii Gobbaa magaalaa Jimmaa Mattuu Nageellee Naqamtee Shaashamannee Bulee Horaa dha.

Haala yeroo ammaatiin Oromiyaan naannoo Tigraay irraa kan hafe naannolee hundaan wal daangessiti ykn wal tuqxi. Kunimmoo yeroo tokko tokko walitti bu'iinsa uuma. Fakkkeenyaaf naannoo Sumaalee keessatti. Godinaaleen Oromiyaa keessatti argaman Arsii Arsii Lixaa Baalee Boorana Gujii Harargee Bahaa Harargee Iluu Abbaa Booraa Jimma Shawaa Bahaa Shawaa Dhihaa Shawaa Kaabaa Shawaa Kibba Lixaa Wallagga Bahaa Wallagga Dhihaa Horroo Guduruu Wallaggaa fi Qeellem Wallaggaa ti.

(English)

Oromia (Oromo: Oromiyaa) is a regional state in Ethiopia and the homeland of the Oromo people. Under Article 49 of Ethiopian Constitution the capital of Oromia is Addis Ababa also called Finfinne. The provision of the article maintains special interest of Oromia by utilizing social services and natural resources of Addis Ababa.

It is bordered by the Somali Region to the east; the Amhara Region the Afar Region and the Benishangul-Gumuz Region to the north; Dire Dawa to the northeast; the South Sudanese state of Upper Nile Gambela Region South West Ethiopia Region Southern Nations Nationalities and Peoples' Region and Sidama Region to the west; the Eastern Province of Kenya to the south; as well as Addis Ababa as an enclave surrounded by a Special Zone in its centre and the Harari Region as an enclave surrounded by East Hararghe in its east.

In August 2013 the Ethiopian Central Statistics Agency projected the 2022 population of Oromia as 35467001; making it the largest regional state by population. It is also the largest regional state covering 353690 square kilometres (136560 sq mi)

Show More >

Choose Download Locations for Oromia History-Seenaa Oromiyaa vUnknown

Oromia History-Seenaa Oromiyaa / Tags

Share Oromia History-Seenaa Oromiyaa At Social Media

.