A2ZAPK

Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo

Downloads: 9452


Free

Fayyaa Oromoo / Specifications

Fayyaa Oromoo / Screenshots

Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown
Loading... Fayyaa Oromoo Unknown

Fayyaa Oromoo / Description

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun sproortii hojjachuun ulfina qaama ofii eeguun dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

Choose Download Locations for Fayyaa Oromoo vUnknown

Fayyaa Oromoo / Tags

Share Fayyaa Oromoo At Social Media

.